Irraantoo
Haalata fuulaa ammeetti irraantoo dabala. Irraanoon naannoo gubbaa muudana fuulaa irraati, iddoo barruu ykn saxaatoo itti dabaluu dandeessu dha..
Yoo barbaadde, handaarwwan ykn guuta duubbee irraantootti dabaluu dandeessa.
Irraantoo haalata fuula ammeetti ida'uuf, Irraantoo irraa fili, sana booda Tolee cuqaasi.
Irraantoo muudanaalee fuula keessatti diriirsuu yoo barbaadde, godayyaa irraantoo keessatti saagi.

Qaree barruu galmee barruu irraa gara irraantootti ykn jalaantootti haalatamaan sochoosuuf CommandCtrl+Page Up ykn Page Down dhiibi. Qaree barruu duuba barruu galmee keessatti sochoosuf irra deebi'ii furtuu walfakkaataa dhiibi.
Irraantoo
Amaloota irraantoo qindeessi
Irraanetoo kana irraa
Adds a header to the current page style.
Qabeentaa walfakkaataa bitaa/mirga
Fuulotni guutuu fi hanquun qabeentaa walfakkaatu hiratu. Irraantoo adda addaa fuulota guutuu fi hanquutti ramaduuf, dirqaala kana haqi, sana booda Gulaali cuqaasi.
Same content on first page
First and even/odd pages share the same content.
Muudana bitaa
Iddoo duuwwaa muudana bitaa fuulaa fi barruu galmee gidduutti dhiisuuf hanga isaa galchi.
Muudana mirgaa
Iddoo duuwwaa muudana mirga fuulaa fi barruu galmee gidduutti dhiisuuf hanga isaa galchi.
Addaan fageessuu
Hanga addan fageenya muudana jala irraantoo fi muudana jala barruu galmee gidduutti galchuu barbaaddu gaaalchi.
Addaan fageenya kamaatii fayyadami
Qindaa'ina Addaan fageenya faccisa, irraantoo akka bal'ina gidduu irraantoo fi barruu galmeetti bal'isu heeyyama.
Hojjaa
Hojjaa irraantoof barbaadde galchi.
Hojjaa OfTaasisaa
Hojjaa irraantoo taasisaa qabeentaa galchituu ofumaan sirreessa.
Dabala
Handaara, halluu, ykn sarxaa duubbee irraantoof hiika.
Gulaali
Barruu irraantoo ida'i ykn gulaali.